heddummina etemoota: 3
19 / 3 / 1438 , 19/12/2016
Kitaaba kana keessatti hundee tawhiidaatu ibsame. hammeenyi shirkiitis dubbatamee jira.
27 / 9 / 1437 , 3/7/2016
kitaabni kuni kan barnoota bu’ura islaamaa nama barsiisu. waayee salaataatis uf keessaa qaba.
8 / 8 / 1443 , 12/3/2022
Kitaabni kuni barnoota aqiidaa kan bu'uraa kan namni hundi baruu barbaachisu uf keessaa qaba.