Salaatoowwan sunnaa kan raatibaa hintahin
ibsa gabaabaa.
Sagantaan kun waayee salaata sunnaa kan raatibaa hintahin tanneen akka tahiyyaa masgiidaa, sunnaa wuduu’aa, sunnaa xawaafaa irraa nama barsiisa.
- 1
Salaatoowwan sunnaa kan raatibaa hintahin
MP4 27.6 MB 2019-05-02
- 2
Salaatoowwan sunnaa kan raatibaa hintahin
MP3 3.7 MB 2019-05-02
- 3
Salaatoowwan sunnaa kan raatibaa hintahin
YOUTUBE 0 B
tarree: