Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -20
ibsa gabaabaa.
Sagantaa kana keessatti barnoota waan diin Rabbii (islaamummaa) irratti gadi nama jajjabeessutu dhihaata. fakkeenyaaf qur’aana qara’uu, imaanaa fii hojii toltuu, zikrii fii du’aa’ii kkf dha. sagantaan kun kutaa 27 ufjalaa qaba -20
-  1Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -20 MP4 128.2 MB 2019-05-02 
-  2Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -20 MP3 8.3 MB 2019-05-02 
-  3Waan diin Rabbiirratti gadi nama jajjabeessu -20 YOUTUBE 0 B 
tarree: