heddummina etemoota: 104
11 / 11 / 1434 , 16/9/2013
Qophiin kun kitaaba riyaadussaalihiin kan gorsaa fi barnoota hunda uf keessaa qabu guutuu qabdi, kan boqannaa 151 uf keessaa qabdi.
17 / 9 / 1434 , 25/7/2013
Sagantaan kun barnoota umraa jalqabarraa kaasee hanga dhumaatti uf kessatti hammatee jira. Sagantaan kun barnoota hajji ihraamarraa kaasee hanga xumuraatti,waan hajjitti rarrau hunda uf kessatti hammatee jira.
CDn kun barnoota uffata dubartootaa sirritti hubachiisa.
Sagantaan kun tolina amantii islaamaa sirritti ibsa waan taheef haalaan barbaachisaadha.