(1) Dhugumatti, Nuti halkan sadarkaa qabdu keessa isa (Qur'aana) buufne
(2) Halkan sadarkaa qabdu maal akka taate maaltu si beeksise?
(3) Halkan sadarkaa qabdu ji'a kumarra caalti.
(4) Â Maleykonniifi Jibriil ishee keessa eeyyama Gooftaa isaaniitiin ajaja hundaan bu'u.
(5) Isheen hanga baha fajriitti nagaadha