110 - An-Nasr ()

|

(1) Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe,

(2) Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite,

(3) Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araaramas Isa irra barbaadInni akkaan tawbaa qeebalaadha.