(1) Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.
(2) Allaahn hirkoo waa hundaati.
(3) Hin dhalle hin dhalannes.
(4) Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”